![]() Hojiilee Gurguddoo Daarektoreetii Qunnamtii fi Nageenya Industrii tiin raawwataman.
I. Garee Quunnamtii Industirii II. Garee To’annaa Haala Hojii (Labour inspection) fi Deeggarsa haala hojii inni bira lameen kana ala sadaffaan:- III. Hojiiwwan Waajjira Boordii Murteessa DHimma Hojjechiisaa fi hojjetaa hordoffii taasisuu fi deeggarsa taasisuu I. Garee Quunnamtii Industirii
|
Ergaa Hoggantuu Biiroo Dhimma Hojjataa fi Hawasumma OromiyaaAdde Fatiyaa MohammadBiiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Oromiyaa ciminaan hojjechuun Bara dhuma 2012 tiseerri dhimma hojjetaa fi hojjechiisaa industiriiwwaan oromiyaa keessa jiran keessatti kabajame, tajaajila ragaa fi odeeffannoo carraa hojii baballa’atee fi rakkoolee fi farreen jireenya hawaasummaa 20% hirri’suun rakkina keessaa basuun antummaa Ummata kenyaaf qabu ni mirkaneessa. Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen BiirooDhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa sadarkaan jiran duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. ![]() Hojiilee Gurguddo Dayrekt. Nageenya Misooma HawasummaaQajeelfama Lakk. 5 /2010Qajeelfama Lakk. 5 /2010 Qaamoleen hawaasaa sababa garaagaraan rakkoolee hawaasummaatiif saaxilaman yeroo addaaddatti deggersa gama mootummaa fi dhaabbilee deggersaa garaagaraa taasifamuun rakkoo isaanii karaa itti fufinsa qabuun furuun waan hin danda’amneef; Hirmaannaan hawaasni fedhii isaatiin hojii tola ooltummaarratti gochaa jiru bu’uureffachuun aadaa walgargaarsaa hawaasichaa karaa gurmaa’een caalmaatti bu’a qabeessa gochuuf sirna gumiin walgargaarsa hawaasaa itti hundaa’u diriirsuun barbaachisaa ta’ee waan argameef, Bu’uura Dambiin Hundeeffama Gumii Walgargaarsa Hawaasaa Naannoo Oromiyaa Lakk.199/2010 Keewwata 47 tiin Dambicha hojiirra oolchuuf Qajeelfamni kanatti aanu baheera.. Steck HolderAbout Us Privet Agency Diseblity Association> Elder Association Elder Stokholder Homepage ... | ![]() Hojiilee Gurguddoo Daarektoreetii Bob.Hojii fiQabeenya Humnna NamaaQaamoolee hojii raawwachiiftuu Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti labsiin hundeeffaman keessaa Ejensiin Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa isa tokko dha. Haa ta’u malee ballinaa fi ulfina hojii Ejaansicha irratti dabalaa dhuferraa ka’uun bara 2008 keessatti Ejansii iraa gara Biirootti akka guddatuu gochuun caaseffamni haaraa hojjetamee mirkannaa’uun isaa ni yaadatama. Kaayyowwan ijoo akka waliigalaatti Biiroo kanaan raawwatamaa turan keessaa:- |