26/12/2017 ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() ![]() | ||
Mudde 18/2010 Dubbisaa
| Ergaa Kabajamoo Obbo Motummaa Tamesgen Hogganaa BDhDIO Biyyi keenya biyoota saffisaan guddataa jiran keessaa ishee tokko dha. Akkuma biyoota guddataa jiranii kamiyuu baayyinni ummata ishee keessaa baayyeen YKN dhibbeentaa 30 oli dargaggootaa dha. Baayyina dargaggootaa kana akka rakkootti ilaaluu dhiisuun akka carra guddaatti fudhachuun imaammata dargaggootaa, Paakeejii Guddina dargaggootaa fi sagantaawwan adda addaa boocuun hojii qabatamaa keessa galtee jirti. |