Web Content Display Web Content Display

Haala Walii Galaa Godina Gujii Lixaa

  •  Godinni gujii Lixaa Godinoota  Naannoon Oromiyaa Qabu   20  keessaa isa tokko dha.
  • Hundeeffamni Godinnichaa bara 2009 Aanaalee Godinoota laman Godina Gujii fi Godina Booranaa irraa walitti makamaniin  kan hundeeffameedha.
  • Godinni Gujii LixaaAanaalee 9 fi Bulchiinsaa magaalaa sadarkaa 2ffaa B  fi magaloota sadarkaa addaa addaa irra jiran 24 fi gandootaa baadiyyaa 166 kan qabu yommuu ta’u kana keessa gandi  133 qonnaan bulaa 33 immoo Gandota Horsiisee Bulaa dha.
  • Godinnichi Kallattii Bahaan Godina  Gujii , dhihaan(lixaan) Mootummaa Ummattoota Kibbaa ,Godina saganii, kaabaan  mootummaa naannoo Ummattoota kibbaa  Godina Gedi’oo fi Sidaama,  kibbaan immoo  Godina Booranaatiin Kan Daangeeffameef, Magallii Gudditiin  Godinnicha   Bulee Horaa  finfinnee  irraan  467km fagaatee  argamti.
Pages: 1  2  3  

Calendar javax.portlet.title.8

Monday

8

March 8, 2021
S M T W T F S
28 1 2 3 4 5 6
7 8 9 10 11 12 13
14 15 16 17 18 19 20
21 22 23 24 25 26 27
28 29 30 31 123
Showing 1 result.